Content-Length: 56561 | pFad | https://om.wiktionary.org/wiki/Sudaan

Sudaan - Wiktionary Jump to content

Sudaan

Wiktionary irraa

kanaslaali : Oromoo, Kuushota, Itoophiyaa

Afaan Oromoo

  • Jecha Afaan Arabaa irraa kan dhufe ta'ee jechuma warri Ibrootaa Kuush jechaa turan warri Arabaa Sudaan jechaa turan. Innis saba kibba Gibxii jiraachaa ture jedhamee amanama. Macaafa qulqulluu irratti iddoo baay'eetti Itiyoophiyaa jedhamee barreeffameera.

Cibra

  1. Nama gurraacha (Giiloo) jechuu dha.
  2. Maqaa Biyya Sudaan jedhamtuu.
    Fakkeenya - Biyyi Sudaan kaaba baha Afrikaatti argamti.
Sadhatawaa








ApplySandwichStrip

pFad - (p)hone/(F)rame/(a)nonymizer/(d)eclutterfier!      Saves Data!


--- a PPN by Garber Painting Akron. With Image Size Reduction included!

Fetched URL: https://om.wiktionary.org/wiki/Sudaan

Alternative Proxies:

Alternative Proxy

pFad Proxy

pFad v3 Proxy

pFad v4 Proxy