Jump to content

Muta

Wikipedia irraa
(Muta(shoot) irra kan qajeele)

Xin biqila keessatti, " Muta ykn lattuu(shoot) " jechuun kutaa biqiltuu lafaa ol ta’ee fi kichuu daraaraa, kichuu cinaachaa fi jirma daraaraa qabu dha. Biqiltoota keessatti nyaata oomishuuf ykn footosinteesiidhaaf itti gaafatamummaa qaba.jirma, daraaraa fi kichuu cinaachaa, baala fi maxa'a (appendages) qaba. Guddinni haaraan Mutaa’uu Sanyii irraa gara oliitti guddatu mutaa baalli itti guddatudha.

pFad - Phonifier reborn

Pfad - The Proxy pFad of © 2024 Garber Painting. All rights reserved.

Note: This service is not intended for secure transactions such as banking, social media, email, or purchasing. Use at your own risk. We assume no liability whatsoever for broken pages.


Alternative Proxies:

Alternative Proxy

pFad Proxy

pFad v3 Proxy

pFad v4 Proxy