Seenaa Jirenyaa

Download as docx, pdf, or txt
Download as docx, pdf, or txt
You are on page 1of 10

SEENAA JIREENYAA

Maqaan koo Nadhii Gammadaa Taayyeen jedhamaa .Bara 1997 Abbaa koo
Gammaadaa Taayyeefi Haadha koo Taatuu Baayisaa irraa dhalaadhe.
Akkuma Nama Kamii iyyuu Umuriin koo Barumsaaf Yoommuu gahuu KG
ykn Barumsa Olmaa Daa’mmaanii Akkuman Xumureen Bara 2002 kutaa
1ffaa M / B/Le/ Ko / Abdiisaa Aagaa Seenee. Kutaa 1-8 haala gaariidhaan
barachuu eegalee. Qoroomsaa Biyyooleessa kutaa 8 ffaa Qoraamee firiin
ffaa
Gaariin naaf deebi’e. Amma immoo kutaa 9 Magaalaa Biilaa Akkoo
Kiyyaa Bira ta’ee barachuuf Ergame. Silaa Jireenyi mana namaa akkaa
Mana haadha ofii namaf hin ta’u. rakkinaaf dhiphinaa guddaan kutaa 9 ffaa
utuun barachaa jiruu Haadha koofi Abbaakoo gidduuttii walii bu’insii
mul’achaa dhufe. Fanxoo irratti cophxoo akkuma jedhamuu haala kanaan
osoon jiruu Haatii koo iji ishee waan dhukkubeef tajaajila yaalaa
Barbaacha garaa maatii ishee ( Abbaa fi Haadha ishee ) gara magalaa
Biilaa demte. achumaan dhibeen ishee waan itti cimeef gara magaalaa
Finfinneetti ‘’ Rifer ‘’ taatee yaalamuu eegalte. sababa kanaaf obboloota
koo mana jiran namni tajaajilu waan dhibeef Ana jireenyi itti hadhaa’e
keessatti bakka ani jiru fidani. Anis kan uumaan nama baachise namni
namarraa fudhuu hin danda’u jedhee ( waanan yaaduuf obboloota koo
kunuunsaa barumsa koo barachuun eegale.Obboleessa koo anatti aanee
dhalate immoo Gimbiitti ergaanii ; akka inni baratu godhan.) akkumaa
kanaan maatiinkoo bakka afuritti (4)tti gargar diigaman(Bahaan) abbaankoo
magaala Najjootti hafe . nutii namnii sadii magaalaa Biilaattii obboleessi koo
magaalaa Gimbiittii Haatikoo magaalaa Finfinneetii gargar facaane-Kana
booda obboleessikoo magalaa Gimbii jiruu, haalli jireenyaa eessuma isaa
biraa waan mijachuu dideef bakka ani jiraadhu dhufee anis gammadee ;
Obbolaa (4) taanee Akkoo koo bira jiraachuu eegalle. Haaluma kana keessa
utuu jirruu kutaa 9 achitti xumure. Obbolaa koo sadan mariisisee gara mana
abbaa keenyaatti akka deebinu murteessine.

-kana booddee waaqayyo jireenya koo mana namaa keessatti miidhame argee
haatikoo fayyitee osoo finfinnee jirtuu dhaabbata World vision Ethiopia
keessatti dorgomtee akka carraa ta’ee mo’attee gara naannoo uummattoota
kibbaatti ramadamtee. Eega duratti galiin nutii argannuu iyyuu gadi bu’aa
dhufe.

-abbaan koo kisaaraa irraan kan ka’e hojii daldaalaa dhaabee hammaa
liqiidhaan hojjetutti kisaraa keessa gale. Kana keessaayyuu abbaankoo gaafa
daldaalaa ture sana obboleessa isaa Masgabuu Taayyee kan jedhamu irraa
qar.200,000 liqeeffatee waan tureef utuu ofii jireenya rakkisaa keessa jirru
akka liqiin isaa deebi’uuf Abbaa koo mormaa qabe.

-utuu haadhi keenya hojii hin argatin galiin nujiraachisaa ture mana kiraa
kutaa 3qabnuu ji’atti qar.1500 ture.

Qarshii kanaan Abbaa koo fi Obbolota (4) taanee jiraachaa turre. Kanaan
booddee ammallee obbolleessi abbaa koo liqiin isaa akka deebi’uu cimsee
waan nu gaafateef “service “ ( mannii kireeffannee galii irraa argachaa turre
gurguramee akka liqiin isaa deebi’uuf ta’e .)
Amma jireenyi keenya gara abdii kutannaatti ce’ee sababinsaas haatii fi
abbaan koo waanta gargar; ba’aniif manni kiraa keenya waan gurgurameef

 Kan nuti galii irraa argannu gurgurameera.


 Jireenyi abbaa koof haadha koo waan diigameef
 Itti gaafatamummaan manaa (akka haadhaatti waan natti kennameef

Ammas falli biroon nuuf dhufee mana guddaa keessa jiraannu bakka
lamatti kutne gara saalonii manichaa kireeffannee kutaa mana isaa dugda
duubatti galle. Haaluma kanaan qar.1100 argachuu eegalle. Kanarraa kan
kan ka’ee xinsammuu (physichologicaly) miidhamu illee barumsa kootti
dadhabduu hin taane. Garuu jireenya yaaddoon guute kana keessatti kan
naa gorsaniif f na jajjabeessan hiriyoota laman qaban ture.isaanis Iyyaasuu
Indaaluu fi Meetii Dabalii jedhamu.

Ganama yoo Iyyaasuun dhufe nu waliin taphate galgala ammo Meetiitu


dhufa. Akkasitti gadda keenya nu waliin hirmaatanii nu waliin jiraachaa
turre. isaanis dabaree dabaree isaaniin mana keenya dhufuun nu
boohaarsanii galu.

Yoo isaan dhufanii nu hin gaafatiin oolan waa’ee jireenya keenyaa waanan
yaaduuf boo’aa(mankaraaraan) oola. Keessattuu Iyyaasuun galgala gaafa
irbaata qopheeffannu waanuma qabnu nu waliin sooratee wariisifatee gara
manatti gala. utuu kanaan jirruu W/W/W/M/Y/M/ Najjoo Barumsa Amantii

cimsannaa Barsiisuuf Beeksisa Baase.Anis galmaa’een barachuu eegale. manni


barnootaa keenya torbee torbeedhaan shiiftiin isaa jijjiramaa kanaaf jecha
galgala gaafan deemuu sa’a 11:00tti baana waan ta’eef sa’atiin ani itti
waldaa deemuus 11:00 ture. kanaafuu sa’atiin ani kutaa keessa ba’u kan
waldaa wajjin walirra na jalaa bu’e. Anis fiigichaan ijoollee dura ba’ee
dabtara koo mana ka’adhee utuu waan tokko afaaniin hin qabin deebi’ee
waldaatti sokka. Sababni isaas namni tursituu (maksasii) qopheesse na eegu
hin jiru ani immoo ofi koof itti yaadee qopheeffachuun natti hin tolu.ta’us
yeroon taa’ee nyaadhuu iyyuu hin qabu.

Waldaadhaa ammoo kan baanu sa’a 1:00tti waan ta’eef aduun gaafa
dukkanaa’u obbolaan koo akka haadhatti waan na eeggataniif mana jala
ta’anii na eegu. Anis achii dhufee mana banee kasala qabsiisee utuu
boqonnaa hin argatin Irbaata(Iraatii) qopheessuu eegala. As irratti kan
jireenya natti hadheesse mana barumsaatti sa’a 11:00 tti ba’ee barumsi
amantii koo ammo waan natti guyyaa’uuf fiigee ijoollee dura ba’ee dabtara
koo darbadhee mana buusee utuu bishaan hin qammasin waldaa deemee
achii ammo sa’a 1:00tti ba ‘ee ammas fiigiichaan ijoolleen na eegdi jedhee
dhufee kasala qabsiisee Irbaata (Iraatii) tolchuu eegala.

Isumayyuu laaqana dhiisee M/b deeme utuu hin nyaatiin iraatii gaafan
nyaadhu jira. kun ammo akka ani dhibee garachaaf saaxilamu nataasise.
keessattu guyyaa gabaa gaafa shiiftiin koo ganama nan oola. Gaafa guyyaa
ammo dafee gabaa deemee waa ariitiin bibbitadhee fiigichaan galee laaqana
qopheesse ka’ee dhiqadhee uffadhee deema. Kan sammuu kootti baayyee na
dhaga’amu keessa tokko obboleettiin koo ishee xiqqoon gaafan mana hin
jirre dhuftee baarandaa mana jala yeroo isheen raftu illee jira.haala ulfaata
kana keessatti barumsa amantii kiyyaa xumuree gaafa eebba keenyaa uffata
aadaa kireeffannee hiriyyoota ani waliin baradhee waliin Iyyaasuu
Firoomsaa , Abdii Mijeessaa Aabboosee Eebbisee fi Pheexiroos fa’a
taanee ebbifamnee. manatti walwaamnee waliin gammannee dabarsine .
Qormaata kutaa 10ffaas fudhee gara kutaa 11tti darbe. Wallaansoo ulfaata
kana keessatti haadha koo fi

abbaa koo waliin jiraachuu hin jalaa ba’uuf jettee gaafa isheen
dandeenye. Haatikoo jireenya fiigdu sammuu keenyatti maal akka
keenya fooyyessuuf jettee gara dhaga’amu tilmaamuun
naannoo uummattota kibbatti ulfaataadha.Ammas Haati koo fi
ramadamte. Achii haalli siyaasa abbaan koo namoota walitii
biyya sanatti cimu illee lubbuu araarsan waan dhabaniif jireenyi
ishee gattee daa’ima ishee nutti ulfaannaan gara magaalaa
guddisuuf hojii itti fufte. Gaaftokko Biilaattii deebinee kutaa 11ffaa
guyyaan isaa facaasa ture akka akkan baradhu tasisan . as irratti
carraa ta’ee Sidaamaaf Oromoon kanin Waaqaa galateeffadhu
wal lolanii gidduutti haadhakoo hamma kana ulee rakkinaan
ajjeessuu barbaadan. Haati koos rukutamullee barumsa kootti
deemsa lafa dheeraa fiigdee erga qabxii gadi bu’aa hin galmeessine .
baqattee booda namoonnii ishee Nutis waan qabnu funaannannee;
beekan Waldaatti galchanii itti keessattuu Iyyaasuun Abbaa keenya
qollofani. as irratti kan nama dhibu gargaaree hamma konkolaataattii
dubartiin ijoollee afur qabdu du’a fe’uutti illee gargaaree geggeesse.
Kan naduraa hin badne gaafa isa deemtan tokko iyyuu hin qabdan.
dhumaa Magaalaa Najjoo gad Innis lammaffaa ammo egaa akka
lakkisnee deemnu osoo nuti deemaa nama tokkootti namni tokkoo
jirruu Iyyaasuun Karaattii nutti maatii erga horatee deebi’ee qofaa
dhufee deebi’ee nu geggeessuuf isaa manatti galuun baayyee
gara buufataa konkolaattaatti ulfaataadha. Kanaafuu sammuu
imalle. bufataa konkolaataa gaafa isaatti akka hin dhaga’amneef
geenyu abbaan koo kottaa deemne adaraa kessaan koottaa dubbisaa
laaqana haa nyaannuu jeennaan bilbilaafis jedhe mooga’a nu bira
mana nyaataa tokko seennee deebi’ee sokkee .
Ancootee ajajannee nyaachuu
Jecha isaa keessaa kan baayyee
eegalle. Gaafan taa’u garaankoo
garaa koo na nyaate gaaf tokko
waan na raafamuuf nyaati ani
akkas naan jedhe ilaa yaa Nadhii
nyaadhuu akka dhiiga dhiiga nattii
ko namni qofa maatii isaa
jechuu ta’e. nyaannee xumurree
facaasuun jaallattee miti;kanaafuu
abbankoo harka dhiqachuu gaafa
gaaf tokkoo deebitanii waliin
deemu Iyyaasuun gorsa tokkoo nu
maatii guutuun taataanii ijaaramuu
gorse. Akkas jedhe ‘’ Egaa yaa
dandeessu; abbaan keessan irra
Nadhii ko atis yaaFiroomsa
isaatiin waan kokkolfu yoo
dhaggeeffadhaa abbaankeessan
fakkaatellee yoona keessa isaatti
amma qofaa ta’eera . kunis sababa
gubataadha naan jedhe ture .
hiyyumaa waan ta’eef osoo abbaan
Osoon Biilaatii barachaa jiruu
keessan qabeenyaa qabaatee bakka
ilaalchi ijoollee nannoo sanaa nattii
toluu dide. Si’a tokko tokko Yemmuu anaafi Firoomsaan
ammoo isuma haati keenya achii Najjoo turre kana obbolaan koo
nu keesseen illee nu ceepha’u . warrii Biilaa jiraan xixiqqoo Waan
Kana booda abbaan koos jajjabatee ta’aniif nama uffata isaanii amma
suuqii bishaan raabsaa tokko ammaa irra miicu barbaadu . Garuu
banatee jireenyis xiqqoo mijachaa Akkoon keenya dadhabduu waan
dhufe. Yammuu haati keenya taateef jimaata asii ergan
Sidaamaa turtee kana jalqaba isaa M/Barumsaatii galee booddee
Latii fi Sabaafnaat Biilaa turan . deemeen Sanbata duraa uffata
Anaaf Firoomsaan ammo Najjoo isaanii miicaa ooleen sanbata
turree . Haala kanaan haati keenyaa guddaa galagala ammoo deebi’ee
mindaa harka tokkoon ofii isheef Najjoottii gala . Haala kanaan harka
nyaataaf mana kiraa Kaffaalaa; Walqabannee obboolaa koo waliin
obbolaa koo warra lamaanii rakkoo keessatti wal jajabeessaa
Biilaattii gargaaraa; Nuunis ammo turre. Garuu erga abbaan koo
Najjoottii Miindaa harka tokkoon Suuqii bishaanii banatee
iddoo sadiitti jiraachaa turre.

harka nu qaba dhufe Kutaa 11ffaa Najjoottii cidha Waan qabduuf


utuun Biilaadhaa barachaa jiruu Akkoon koo achii akka deemnuu
obboleettiin Akkoo kootii nutti himan .

Akkaa carraa ta’ee haati koo Biilaa gaafa mana cidhaa sana balbalaa
nu bira dhuftee waan jirtuuf waliin irraa geenyu abbaan koo mataa isaa
deemne . Akkuma Najjoo geenyeen adii kana filatee suufii isaa xil itti
godhee dhaabatee; Nama kireeffattee hojii eegalte. Egaa
keessummeessa ture. Anis abbaa gaafa nuti Biilaatti isa dhumaa achi
koo argee booddeetti galgalee guurranne habaaboo gosa hedduu
haadha koo ilaalee jireenya keenya waan qabnuuf nutoo hin deemnaa
kanaan duraa yaadadhee akka maaltu bishaan obaasee nuuf
malee garaan koo na mooga’ee guddisa osoo jennuu Iyyaasuun
imimmaanni ija kootti na habaaboo qodaa 15 adaraadhaan nu
dhufe.sababni isaas nutis utuu harkaa fuudhee waggaa tokkoof
maatiin keenya hin digamne ta’e erga kunuunsee nuuf guddisee
akkuma isaanii gammachuu qabna booddee,gaafa nuti mana keenyatti

jedhee .nutis akkuma warraa cidha deebinee gallu lalisaa isaa akka

godhatan kanaati mitii fuudhetti nuuf deebise.Kana qofa

jedheengadde. Kanabooda Haati osoo hin taanee firoomsaa waaliin

keenya jijjiirraa sidaamaadhaa gara ta’uudhaan mooree keenyaa

biyyaa isheettii gaafacha waan keessaa haababoo gosa garaagaraa

turteef utuu boqonnaa ishee dhaabuun mooraa keenya onee ture

xumurtee osoo isheen achi deemuuf magariisa gammoojjii ykn

jettuu murtaa’eefii kana booda as soodaree godhee lafa kaa’e. kana

dhufuun sin barbaachisuu achuma keessa utuu jirruu silaa namnii

Magalaa Najjootii hojjetta jedhanii biyyaa keenyaa maatii gargar cabe

bilbilaniif..Kana booda asuma kana walitti deebisuu namni yaadee

magaalaa Najjoo ganda 03 Aggaar tokkoo illee hin jiru. Kanaaf abbaan

Alaltuu bakka jedhamuu mana koo fi Haati koo rakkoon keenya


maali jedhanii mari’achuun akka dukkanaa’u waan bari’u hin fakkatu
walitti deebi’an walii galan . kana inni jedhan dhugaadha.
gochuuf dursa mana keenyaa Lafa
Anis kanaan dura mana namatti
kaasne bifa haaraan ijaarrannee
siqiqiin dabarsee hunduu hafee
qalama dibannee meeshaalee
amma anis akkuma durba tokkoo
Ammayyaa kan akkaTv Fridge
kutaa qofaan naaf kennamee siree
Modern stove fi kkf galchannee
koo keessaa galchadhee waan durba
jireenya haaraa eegalle.
tokkoof barbaachisu hundumtuu
Hundumti keenya gammannee erga naaf guutanii booda jireenya
maatii keenya hundumaa walitti qananii jirachuun eegale.
dabalannee hundi walii gala Yaaddoon hundumas narraa bu’ee
maatiikoo nama 6 fi barri akkaa ijoollee reefuu dhalattuutti
jijjiiramee nama biraa 2 dabalannee sammuu haaraan jireenya irraa
nama 8 taanee gammachuufi hafaa jiraachaan jira.
Nagaan jiraachuu eegalleerra . Anis
Jireenyaa koorraa kan
barumsaa koo haala gaariin
isinbarachuu qabadan,
qabadhee akkuma hiriyyoota koo
warra kaanii amma kutaa 12ffaa
xumuruuf ji’a 3qofatu na hafee 1. Hammam yoo rakkattaan illee
jira. abdii hin kutatinaa!!!

Maatiin koos waan walitti 2. Nama rakkoo keessan isinii

Sassabameef amma hundii keenya wajjin hirmaate hin gatinaa !!!

gammachuun qabna. Yeroo


3. Harraa yoo baay’ee 0
rakkatteellee bor jireenya 965944723
haaraan akka jiru beeki.!!!
Email
4. Jireenyi mana namaa bakka
eyasuetlatgmail.com
leenjiiti maleebakka
qananummaan jiraatan miti.!!! 27.6.2014

5. Amanannaa keessan hin Najjoo

gatinaa!!!
6. Yaalaa kufaa malee kufuuf
hin yaalinaa!!!

7.

BA
RREESSAAN

Iyyaa
suu Indaaluu

Bil
0918690941

You might also like

pFad - Phonifier reborn

Pfad - The Proxy pFad of © 2024 Garber Painting. All rights reserved.

Note: This service is not intended for secure transactions such as banking, social media, email, or purchasing. Use at your own risk. We assume no liability whatsoever for broken pages.


Alternative Proxies:

Alternative Proxy

pFad Proxy

pFad v3 Proxy

pFad v4 Proxy