Jump to content

Sibiila alkaalii

Wikipedia irraa

Sibiilonni alkaali elementoota keemikaalaa gabatee peereedikii keessatti garee IA ykn 1ffaa jalatti argamu fi gulantaan annisaa(sheeliin) isaanii gara alaa jiran elektiroonii tokko tokko qofa abaachuun raabsii elektiroonii isaanii gaasotaluujii ns1 ta'e dha. Isaaniis: liitiyeem (Li), soodiyemii (Na), pootaasiyeemii (K), raabiidiyeemii (Rb), seeziyeemii (Cs), fi firaansiyeemii (Fr) of keessaa qabu.

pFad - Phonifier reborn

Pfad - The Proxy pFad of © 2024 Garber Painting. All rights reserved.

Note: This service is not intended for secure transactions such as banking, social media, email, or purchasing. Use at your own risk. We assume no liability whatsoever for broken pages.


Alternative Proxies:

Alternative Proxy

pFad Proxy

pFad v3 Proxy

pFad v4 Proxy