Haala Itti Faayadama Mosajii 1

Download as pptx, pdf, or txt
Download as pptx, pdf, or txt
You are on page 1of 25

Haala itti fayyadama isaa 

• Dura Fayyadamaan Kamuu Yeroo Ittii fayadama Isaa


Eegaluu  
 Foldara Guutuu Ogeesaa fi
 Qindeesaa Qabuu Fudhachuun Irraa eegamaa .
Eerga foldara Fudhatee Booda
 Ogeesii Qindeesaa Keessaa Haaquu Hin qabu
 Qindeesaniis Kan ogeesaa Keessaa Haaquu Hin qabu
• Fayadamaan Kamuu Kan isa Illaalatuu qoofa
Banachuun Ittii fayadamuu Qabaa.
• Maqaa ogessa/qindessa (don’t rename both folder) jedhu
jijjiruu hin qabu
• Fayadamtoonii Lamaan kun Gahee Mataa
isaanii Kan qaban Yoo ta’uu Gahee tokkoof
kenamee Innii tokkoo akka fayadamuu hin
dandenyeef godhamee kan hojatamee dha.

• Fayyadamtoonii Lamaanuu Passwordi fi


Username Mataa Isaanittiin Kan seenan Yoo
tahuu,tokkookan kaanii seenee
fayadamuu hin dananda’u
Mosajii
• Mosajiin kun mosajii ofumessa web based/online osoo hin
taane MS excel irratt kan hojjetame waan ta’eef desktop
base /offline kan jedhamu ta’ee connection kan hin barbanne
ta’uu fi haala salphaan ogummaa komuputera xiqqoo
qabnuun fayyadamuu kan dandeenyu ta’uu .
• Ogeessi Kamuu Moosaajii kana itti fayyadamuu kan danda’uu
ta’uu
• Mosajiin kun kan inni irratti hojjetu
-MS excellii 2007,
-2010 fi
-2013 irratti kan hojjetu ta’uu.
• Kun immoo Baajataa fi Yeroo leenjiif bahuu baayyee kan
xiqeesuu dha.
***
• Akka user Id fi Password nu gaafatu gochuuf
Setting sirrefamu qabu.
• To be enable User fi Password.pptx

c hi isa
b a
Hu

Uunkaa Oggeessaa

User ID- 123456 


Password –user
 
 
Uunkaa
Uunkaa Duraa Kana irrattii Uunkaawan Sadii
arganaa isaanis:- 

 Guca seensaa 
 Waa’ee Keenya  
 Gara Baafataatii
---
Uunkaa Ogeesaa
Fayyadamtoota Keesaa Inni tokkoo Ogeesaa
Yoo ta’uu Gaheen Isaaf Kenamee:- 
• WSR (Waligaltee Sadarkaa Raawwii) Akka
Adeemsattii Qophaa’e irraa karoora
Ji’aa,
Torbee fi
Guyyaa irraa karoora dhunfaa baafachuun
bakka mosajii kana keessatti fayyadamuu .
• Hojiileen Hojataman Kamuu Safaramaa
taasisuun itti fayyadama ta’uu
---

• Yoo tahuu password kenameef kana Gara


Paaword Update kan jadhuu cuuqaasuun
Password barbaanuu galchuun bakka re-enter
jadhuu immoo irra deebiin galchun Update
 
• Eerga Password jijjiree booda Page isaa cufuun
page haraa ogeesa kan jadhuu yeeroo banuu
password haraa keninee sanaan banuu qabnaa .
• User Name Garuu Kan hojataa kamuu wal
fakaataa dha 123456.

• Gara Baafatatii kan jadhuu Yeeroo Cuuqaafnuu
Uunkaa armaan Gadii Arganaa

• Uukaan Kun uunkaawan Shan Kan of
kessatii qabu yoo tahuu
• Durra Irrattii Kan Cuuqaasuu Qabnuu
Haala Itti Fyadamaa (Profile) kan
jadhuu dha.
• Yeroo Kana Cuuqaafnuu Uunkaan
arganuu.
Odeffannoo Itti fayadamaa
Uunkaa Karooraa
• Uunkaa Kana Jallattii Wantoota Gurgudoo Sadii
Kan guuttaman yoo ta’uu isaanis :-
 ( WSR (waligaltee sadarkaa rawwii) adeemsaa
(kan waggaa,kurmananaa kkf),
A. Karoora Ji’aa Hojataa
B. Karoora hojjetaa Torbee akka waligalaa torbee
4 keessatti hojjetaman (osoo guyyaan adda hin
ba’iin)
C. Karora hojjetaa torbee 1ffaa - 4ffaa ( Wixataa -
Jimataatti hojii hojjetaman hojii xixiqqaa )
(specific job for each days)
Karoora ji’aa
Qabiyyee karoora ji’aa
Unkaawan gurgudoo 4 kan qabu dha isaanis:-

1. Hojiilee Hojatamuuf Karoorfaman


2. Ulfaatina Hojichaaf Qoodamee
3. Safartuu Hojii kanaaf Kenamee  
4. Istandaardi Hojichaaf Kenamee
Ya’insa hojichaa (Flow chart)
Gahee Ogeessaa
• Karoora Ji’aa Galchuu
• Karoora torbee galchuu( akka waligalatti
kan karoorfame torbee 4 keessatti
hojetamuuf kan karoorfame)
• Karoora torbee ( torbee 1ffaa hanga 4ffaa)
kan guyyaa guyyaa (wixata hanga Jimata
galchuu)
• Gabaasa Guyyaa guyyaa ( torbee 1ffaa -
4ffaa) kan guyyaa guyyaa (Wixata -Jimata
galchuu)
Ogessi ilaalu malee data/ragaa
galchuu bakka kan hin dandenye
1. Formii Madallii Torbee 1ffaa - 4ffaa
2. Formii Printi torbee 1ffaa - 4ffaa
3. Cuunfaa madallii hojjetaa 70 kan ji’aa kan
jedhu kana sadan irratti ilaluu malee ragaa
kamuu galchuu hin danda’au
Ogeessi Bakka Bu’aa hojii isaa itti ilaalu malee galchuu
hin dandeenye
Uunkaa Qindeesaa
Uunkaan Qindeesaa akkuuma Uunkaa Ogeesaa
Unkaawan wal fakaatuu fi Itii fayyadamnii isaanii
kan wal fakaatuu waan taheef uunkaa qindeesaa Kana
irrattii
  Wantoota adda tahaan qofa Kan illaaluu Tahaa.
Duraan Dursa Uunkaa Qindeesa Jadhuu Yeroo
cuuqaafnuu Uunkaan aragnuu kan armaan olittii
 tahee :-
User ID :-
  123456
Password :- admin
Kanaan Senuun uukaawwan kanaan dura Ogeesa irrattii
ibsinee kan nu dhufuu tahee itti fayadamnii isaanitiis kan
wal fakaatuu dha.
 
Gaheewan Qindeesaaf Keenaman:-
 Karoora Hojataa Ji‟aa Sirreessuu hin danda‟uu ni danda’a
agaruu waan ta’eef bakka rakkoo qabu yoo jiraatee Ogeesii
akka sireefatuu ittii Muul’isuu ni danda’aa.
 Karoora Torbanii hojataa Sireesuu taheef bakka
doggoongorri jiruu yoo jiraatee Ogeesii akka sireefatuu Itti
muulisuu danda’aa.
 Uunkaa Gabaasa Irrattii Ogeesaaf Gabaasa Dhiyaatuu fi
deegarsaa fi hordoofii taasifamaa turee irrattii dhabachuun
Raawwii Hojataa torbanii ni gutaa ykn ni keenaa.
 Dhumma Torban afraffaa irrattii duub-deebi hojataa kan
hojatamaa turee irrattii dhaabachu
Bakka Qindessaan Ragaa galchuu danda’u
Madalliin Torbee 1ffaa –4ffaa itti galuu

You might also like

pFad - Phonifier reborn

Pfad - The Proxy pFad of © 2024 Garber Painting. All rights reserved.

Note: This service is not intended for secure transactions such as banking, social media, email, or purchasing. Use at your own risk. We assume no liability whatsoever for broken pages.


Alternative Proxies:

Alternative Proxy

pFad Proxy

pFad v3 Proxy

pFad v4 Proxy