Yaad - Dima Chapter 3
Yaad - Dima Chapter 3
Yaad - Dima Chapter 3
YAAD-HIDDAMOOTA FOOKLOORII
• Bar-saba-ethnography
• Murna: fooklooriitti dhimma bahuu qofa miti, hiika isaas ni
beeku.
• Nuti/isaan:
• warra barate (fooklooristii)-nuti
• Isaan-garee/murna
• Fooklooriin kan gareeti.
• hiika fookloorii sana garee sana caalaa namni beeku hin jiru.
• Informants (odeeffannoo kennitoota) jedhamuu hin qabani
• Hayyoota/hirmaattota/artistoota
Itti fufaa…
• Hiika isaa garee sana gaafachuu
• Barreeffama qorannoo itti argisiisuu
• Madaalchisiisuu
• Qorannoo duub-deebii (reflexive) yokiin
hirmaachisaa (reciprocal) jedhama.
• Yaad-hiddama qorannooti.
• Jechoota hayyootaa kallattiin galchuu
• Jeff Titon, Elaine Lawless, fi Olivia Cadavel
Dhimma Fookloorii Oromoo
• Yaad-hiddamoota
• Fookloorii Oromoo keessaa maddan miti
• Fiinlaand, Indiyaa, Jarmanii…
• Akumma jirutti F. Oromoo?
• Nu hin fayyadan?
• Araarsuu…
• Mala/yaad-hiddama fayyadu filachuu
• Gosa F. kamiif YH kam mijata?
• Hojii manaa qorataati.
Xumurame!