Hadiisa Jibriil Irraa Kan Fudhatame

Download as pdf or txt
Download as pdf or txt
You are on page 1of 5
At a glance
Powered by AI
The key takeaways from the passage are the five pillars of Islam which are Shahadah, Salah, Zakat, Sawm and Hajj. It also discusses the meanings of Iman and Ihsan.

The five pillars of Islam are Shahadah (declaration of faith), Salah (prayer), Zakat (charity), Sawm (fasting during Ramadan), and Hajj (pilgrimage to Mecca).

Iman means faith and belief in God, His angels, His holy books, His messengers, the Last Day and fate (both good and bad), which God has measured.

Hadiisa jibriil kan barnoota islaamaafii iimaanaa uf

keessaa qabu.
*Hadiisa
kana
asaab

umartu Rabb irraa haa
jaalatuu odeesse . Wanni
je`e
*Guyyaa tokko odoo nuti :
nabi
Muhammad
bira
)(
tatteenyuu
nageenyi
isarratti haa jiraatuu
*Namni tokko kan hoccuun
isaa akkaan adi`ii

*Kan rifeensi isaa akkaan

gurraachumu
*Kan
asxaan
nama

imaltu`urra jiruu irraa hin
mul`anne
*Kan
nurraa
nam

tokkolleen isa hin beyne
nutti as baye
*Hanga
dhufee
Nabi
( )
Muham-mad bira taa`etti
*Jilba isaa lamaan jilba nabi Muh
ammaditti irkisee
*Shanacha isaa lamaan gudeeda Nabi

Muhammad lamaanirra ka-ayee
*Namichi kun eega akkasitti taa`ee

wanni je`e
*Yaa Muhammad waan islaa-mni taye

mee naa himi takkaa naa odeessi.
*Jennaanin nabi Muhammad akki je`een
( )
nageenyi isarratti haa jiraatuu

*Islaama jechuun shahaadaa la-maan



qabatuu
keeti
sun` {Ashhadu
an

laa
ilaaha illallaahu wa ashhadu
annaMu-hammadan
rasuulullaahi }
je`u ma`naan isaa '' Rabbii tokkicha
malee Rabbiin biraa akka hin jirree raga
ninbaha Muhammad erg-amaa isaa
tayuu ragaa nin baya, nin dhuga'oomsa"
*Salaata shanan salaatu`u keeti.

*Ammas zakaa baafatu`u keeti zakaa

hori`ii tayuu kan qaamaa tayuu
*Ammas
soomana
ramadaanaa

soomanu`keeti.
*Ammas yoo dandeesse Makka dhayxee
hajjii godhuu keeti je`een, nabi
Muhammad
*Jennaanin namichi sun dhugaa jette
:
je`een
*Ammas Umar akki je`e si na-michi kun
:
ifumaa gaafateeti ammas ifuma nabi
Muhammad dhuga`oomsaa akka nama
waan san beekutti jennee ajaa`iba goone
je`e
*Ammas namichi
sun
nabi
:
Muhammadiin
wanni
je`e
mee
iimaanarraa waa naa odeessi waan
iimaanni taye naa himi?
*Jennaani nabi Muhammad wanni

je`een
iimaana
jechuun
Rabbitti
amanu`u goytaan waan guu-tu`uun
wassafamu, kan waan ir`uu taye
hundarraa qulqullaaye ni jiraa dhugo`oomsu
*Malaaykaa Rabbii dhuga`oomsuu

*Kitaabban
Rabbitti
amanu`

dhuga`oomsu`}
*Ergamoota Rabbii hundatti amanu`

isaan hunda dhugo`oomsu , jaalatu, adda


babaasuu dhabu.
*Guyyaa
boodatti
amanu.guyyaan

qiyaama`aa ni dhufaa dhugo`oomsuu

*Qadaratti amanu` kheyri`iifii sharriin



Rabbirraayi waan inni muree dabarsee,
dhugo`oomsuu je`een nabi Muhammad
na-geenyi isarratti haa jiraatuu
*Jennaanin dhugaa jette je`een namichi
:
sun
*Ammas namichi sun wanni nabi
: .
Muhammadiin je`e : mee tolarraa naa
odeessi
takkaa
ihsaanarraa
naa
dubbadhu? je`een
*Jennaanin nabi Muhammad S.A.W.
:
akki je`een tolli takkaa {ihsaanni }Rabbii
kee akka waan ijaan gartutti ibaaduu
gabbaruu .
*Maalif yoo atilleen arguu baatte inni si

argaa
je`een
nabi
Muhammad Nageenyi isarratti haa jiraatuu
*Jennaanin namichi sun ammas akki
.
je`een mee guyyaa qiyaama`arraa waa

naa odeessi ?
*Jennaanin Nabi Muhammad S.A.W. :
namni gaafatamu ifitti akheekhee

nama gaafaturra sun jibriilii gaafa


qiyaaman dhaabbattu hin beekhu je`een
*Jennaanin hayya,mee asxaa ta-kkaa
:
alaamaa guyyaa qiyaama`arraa naa
odeessi je`een
*Jennaanin
akki
je`een
asxaan
:
qiyaaman dhiyaatu`uu gabrittiin gooftitti isi`ii, ifitti dhalu. ma`anaan haati
goftittii dhalu`uu ilmaan haadhatti
hammaatanii akka gooftittiin gabrittii
isi`ii bulchitutti haadha isaanii bulchu`u,
arrabaafii, xiqqeessu`un kun alaamaa
qiyaaman dhiyaatu'uti
*Ammas
alaaman
qiyaaman
dhiyaatu'u warra homaan qabne , kan

qullaa khophee malee yaa`an, kanneen


re`ee tiiyfatanii jiraatuu turan

*Kanneen quufanii, manneen fooqi`ii


.
dhadheeraa
jaaratanii,
walittiin
dhaaddatanargu`u
keeti. { Hufaat}khophee
malee {uraat} huccuu
malee {alkgaalah} hiyyeeyyii
homaan
qabne {ri`aa`a-shaa`i } warra
re`ee
tiyfatu jechu`
*Duuba namichi sun eega ak-kasitti

gaafatee ka`ee kute . kan nurraa nam
tokko isan beekhin
*Asaab Umar R.A. akki je`e eega

dubbiin tun argamtee ,hanga guyyaa
sadiyiitan taa`e kan an namni sun nama
inni taye hin beekhin
*Duuba nabi Muhammad S.A.W. eega :
guyyaa sadiyiitii , wanni naan je`e :

nama waa na gaggaafate san beytaa yaa


umar ?
*Jennaan Rabbiifii rasuula isaatitu

beeka malee, an hin beeku je`een
*Jennaan: namni sun jibriili
:
*Diin keessan isin barsiisuuf dhufee

waan na gaafatu san na gaafatee je`een
*Hadiisa kana muslimiitu odeesse .

Eega ma`naa hadiisa kanaa karaa gabaaba'an barree, ammas itti
deebinee dubbii garii addaan sassayn`ee keessa barra.
Iimaanafii Islaama
Iimaana jechuun afaan Arabatti : waa dhugo`oomsuu waanuma
tayee haa tayuu
Ammoo iimaana jechuun akka shari`atti waa jaha dhu-go`oomsu`u
takkaa amanu`u jahan sun: Rabbi , Malaaykaa isaa , kitaabban isaa
,ergamtoota isaa, guyyaa qiyaama`aa ,firdii isaa dhugo`oomsu`u .
Iimaanni dalagaa qalbiitii, waan namaa mul`atuu miti .
Ammoo islaamni: dalagaa mul`isanii dalagan kan akka shahaadaa
lamaan qabatu`uu salaatu`uu, zakaa baafatu`uu, soomanu`uu , hajjii
godhu`uu. tanaaf jecha iimaana jechuun qalbi`iin dubbii Rabbii

dhagayanii dhugo`oomsu`u.ammoo islaamni humna qaamatiin, waan


qalbiin dhugo`oomsite san dalaganii mul`isu`u .
Ihsaana
Nabi Muhammad akki je`e : ihsaana jechuun akka waan Rabbii
kee ijaan gartutti , ibaadaa Rabbii godhu`hoggaa salaattu akka waan
ijaan gartutti salaati atilleen isa arguu baattu inni si argaa yoo
Rabbiin na argaa yaada`aa , sa-laatatti seente salaata keessatti qalbii
teetiin olii gad ded-deemu`urraa ni fagaatta .

You might also like

pFad - Phonifier reborn

Pfad - The Proxy pFad of © 2024 Garber Painting. All rights reserved.

Note: This service is not intended for secure transactions such as banking, social media, email, or purchasing. Use at your own risk. We assume no liability whatsoever for broken pages.


Alternative Proxies:

Alternative Proxy

pFad Proxy

pFad v3 Proxy

pFad v4 Proxy